Obbo Ristuu Yirdaaw hospitaala jalqabaa Kaambaa daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 15, 2014 (FBC) – Preezdaantiin naannoo Uummattoota Kibbaa obbo Ristuu Yirdaaw godina Gaamootti hospitaala sadarkaa jalqabaa Kaambaa daawwatan.
Obbo Ristuun hospitaalichatti sirna kenniinsa tajaajilaa daawwataniiru.
Hospitaalichi sababa hanqina maashina daa’imman akka dhalataniin hoo’ina kennuu, iddoo tursaa fi meeshaaleen tajaajila fayyaa dhabuusaan tajaajila laataa jirurratti Daayreektarri Meedikaalaa hospitaalichaa Dooktar Barakat Tasammaa ibsaniiru.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.