Obbo Nigaatuu Daansaa itti aanaa Af Yaa’ii Manni Maree Naannoo Kibbaa ta’uun filatamaniiru
Finfinnee, Fulbaana 22, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo ummattoota Kibbaa Yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa marsaa 6ffaa gaggeessaa jiruun Obbo Nigaatuu Daansaa itti aanaa Af Yaa’ii mana Maree naannichaa taasiisuun filateera.
Obbo Nigaatuu Daansaa itti aanaa Af Yaa’ii mana Maree naannoo Kibbaa ta’uun kakuu raawwataniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.