Fana: At a Speed of Life!

Obbo Musxafeen humna Addaa fi Raayyaa Ittisaa naannawaa Afdheeraatti argamu waliin ayyaana kabajan

Finfinnee, Fulbaana 1, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad Humna Addaa fi Raayyaa Ittisaa naannawaa Afdheeraatti argamu waliin ayyaana bara haaraa kabajaniiru.

Kabaja Ayyaanichaarratti Obbo Musxafee dabalatee hoggantoonni mootummaa naannichaa fi Raayyaa Ittisaa argamaniiru.

Humna Addaa naannoo Somaalee fi Raayyaa Ittisaa naannawichatti argamu waliin marii bal’aa taasiisuu isaanii ibsameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.