Obbo Musxafeen hoggantoota olaanoo naannichaa waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 25, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad hoggantoota olaanoo naannichaa waliin mari’ataniiru.
Obbo Musxafeen haala waqtaawaa naannoo, biyyaa, karoora yeroo itti aanuu fi kallattii xiyyeeffannoo yeroo itti aanurratti ibsa taasisuu ragaan Ejansii naannichaarraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.