Obbo Musxafee Muhaammad jila Sagantaa Nyaataa Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 11, 2015(FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Somaalee Obbo Musxafee Muhaammad jila Daayrektara Damee Sirna Nyaataa Sagantaa Nyaataa Addunyaan durfamu waliin mari’ataniiru.
Haala dhaabbatichi hojiilee misoomaa naannichatti hojjechaa jiru cimsuun danda’amurratti mari’achuun waliigalteerra gahuu ragaan kominikeeshinii naannichaarraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.