Fana: At a Speed of Life!

Obbo Musxafee Mahaammad Preezdaantii Soomaalee Laandi Waliin mari’atan

Finfinnee, Waxabajjii 18, 2013 (FBC) – Itti aanaan Preezdaantii Naannoo Soomaalee obbo Musxafee Mahaammad Preezdaantii Soomaalee Laand Muusaa Biihii Waliin mari’ataniiru.
Obbo Musxafee Mahaammadii fi hoggantoonni olaanoonn mootummaa naannoo Soomaalee masaraa Mootummaaa Soomaalee Laandantti argamuun Preezdaant Muusaa waliin mari’ataniiru.
Hariiroo ummattootaa, daldalaa, Invastimantii fi nageenya naannicharratti mari’achuu isaanii ragaan Miidiyaa Naannoo Soomaaleerraa argame ni agarsiisa.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraamahttps://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.