Fana: At a Speed of Life!

Obbo Musxafee Mahaammad Ityoophiyaatti Daayrektara Olaanaa Koree Fannoo Diimaa Idil Addunyaa waliin mari’atan

Finfinnee, Hagayya 17, 2014 (FBC)- Ireezidaantiin naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad Ityoophiyaatti Daayrektara Olaanaa Koree Fannoo Diimaa Idil Addunyaa Niikoolaas Voon Areeksan waliin mari’atan.

Obbo Musxafeen Jila Daayrektara Olaanaa Koree Fannoo Diimaa Idil Addunyaa Niikoolaas Voon Areeksaniin durfamu waliin mari’achuu ibsameera.

Mariisaaniin haala deeggarsa namoomaa naannicha godiina Siitii taasifamu cimsuun danda’amurratti mari’achuu ragaan miidiyaa naannichaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.