Fana: At a Speed of Life!

obbo Musxaafee Mahaammad jaarsoliin biyyaa dhimmoota biyyaalessaa fi naannoorratti ga’ee isaanii akka ba’an waamicha dhiyeessan

Finfinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC) – Hojii duula olaantummaa seeraa mirkaneessuu hojjetamaa jiru keessatti jaarsoliin biyyaa ga’ee isaanii akka ba’an Itti aanaan Preezdaantii naannoo Soomaalee obbo Musxaafee Mahaammad waamicha dhiyeessaniiru.

Itti aanaan Preezdaantii naannoo Soomaalee obbo Musxaafee Mahaammad dhimmoota biyyaalessaa fi naannoorratti jaarsolii biyyaa waliin mari’achuu isaanii Biiroon dhimmoota komiiniikeeshinii mootummaa naannichaa beeksiseera..

Haala nageenyaa yeroo ammaa naannicha keessa jiru caalmaatti cimsuu fi hojii duula olaantummaa seeraa mirkaneessuu hojjetamaa jiru keessatti jaarsoliin biyyaa ga’ee isaanii akka ba’an waamicha dhiyaateera.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.