Fana: At a Speed of Life!

Obbo Jawaar Mahaammad dabalatee hidhamtoonni mana hidhaatii aka ba’an murtaa’e

Finfinnee, Muddee 29, 2014 (FBC) – Obbo Jawaar Mahaammad dabalatee hidhamtoonni mana hidhaatii aka ba’an murtaa’e.

1.Obbo Jawaar Mahaammadii fi kanneen galmeesaa jalatti himataman.
2.Obbo Sibihaat Neggaa
3.Aadde Qidduus Neggaa
4.obbo Abbay Walduu
5.obbo Abbaadii Zamuu
6.Aadde Muluu Gabra’igizihaabeer
7.Obbo Kiroos Hagos
8.Obbo Iskindir Naggaa fi kanneen galmeesaa jalatti himtaman

Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.