Fana: At a Speed of Life!

Obbo Iristuu Yirdaawuu fi Dooktar Liyaa Taaddasaan filannoo marsaa 6ffaaf sagalee isaanii laatan

Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Itti aanaan Preezdaantii Naannoo Kibbaa Obbo Irustuu Yirdaawuu fi Ministirri Ministeeraa Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan filannoo marsaa 6ffaaf sagalee isaanii laataniiru.
Obbo Iristuun Godina Guraagee magaalaa Gunchareetti argamuun sagalee laataniiru.
Ministirri Ministeeraa Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan ammoo kutaa magaalaa Kolfee Qaraniyoo aanaa 9 buufata filannoo 2tti argamuun sagalee laataniiru.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraamahttps://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.