Fana: At a Speed of Life!

Obbo Gabramasqal Caalaafi Ambaasaaddar Naasisee Caaliin Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Jarman waliin mari’atan

Finfinnee, Guraandhala 24, 2015(FBC)- Ministirri Ministeera Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Obbo Gabramasqal Caalaafi Ministirri Ministeera Tuurizimii Ambaasaaddar Naasisee Caaliin Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Jarman Isteefan Uur waliin mari’ataniiru.

Mariisaaniin hariiroo gam-lamee biyyoota lameeniirratti mari’achuu ragaan Ityoophiyaatti Embaasii Jarmanirraa argame ni mul’isa.

Haala tumsa daldalaafi tuurizimii biyyoota lameenii cimsuun danda’amurrattis mari’achuu ibsameera.

#Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.