Fana: At a Speed of Life!

Obbo Dastaa Leeddaamoon tajaajila Tola Ooltummaa Gannaa eegalchiisan

Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa Leeddaamoon tajaajila Tola Ooltummaa waqtii Gannaa eegalchiisaniiru.

Godina Kaaba Sidaamaa Magaalaa Lakkuutti eegalchiisaniiru.

Naannichatti sagantaa Tajaajila Tolaa Ooltummaa Ganna kanaan manneen kuma 2 ol haaromsuuf karoorfamuu ragaan Biiroo Kominikeeshinii Naannoo Sidaamaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.