Fana: At a Speed of Life!

Obbo Dassitaa Leeddamoon piroojektoota magaalaa Yirgaalemitti hojjetaman eebbisiisan

Finfinnee, Waxabajjii 24, 2015 (FBC) –Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Dassitaa Leeddamoon piroojektoota magaalaa Yirgaalemitti hojjetaman eebbisuun bananiiru.

Godina Giddu gala Sidaamaa magaalaa Yirgaalemitti Piroojektoota ijaaraman sadi eebbisiisaniiru.

Piroojektoota daandii, Riqichaalee fi giddu gala gabaa ijaarsi isaanii xumurame eebbisiisuun hojii eegalchiisuu ragaan Waajjira Pireezidaantii naannoo Sidaamarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.