Fana: At a Speed of Life!

Obbo Dassaalany Xaasaaw Hogganaa Biiroo Nageenyaa naannoo Amaaraa ta’uun muudaman

Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) –Manni Maree naannoo Amaaraa yaa’ii idilee 2ffaa waggaa 1ffaa bara hojii 6ffaa marii guyyoota lamaatiin muudamoota addaa adda raggasiiseera.

Bu’uuruma kanaan:-

1.Obbo Dassaalany Xaasaaw Hogganaa Biiroo Nageenyaa naannoo Amaaraa fi

2.Dooktar Amaar Birhaanuu ammoo odiitara olaanaa naannichaa ta’uun muudamaniiru.

Haaluma walfakkatuun Muluqaan Saxxiyyee hojii raawwachiisaa olaanaa Korporeeshinii miidiyaa Amaaraa ta’uun muudamaniiru.

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.