Fana: At a Speed of Life!

Obbo Dammaqaan ministira dhimma alaa Jarman waliin mari’atan

Finfinnee, Sadaasa 18, 2013 (FBC) – Itti aanaa muummee ministiraa fi ministirri dhimma alaa FDRI Dammaqaa Makoonnan ministira dhimma alaa Jarman Haaykoo Maat waliin haala waqtaawaa fi hariiroo biyyoota isaaniirratti mari’ataniiru.
Obbo Dammaqaan daawwii hojii isaanii biyyoota Awrooppaa xumuruun gara biyyaa deebi’aniiru.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.