Fana: At a Speed of Life!

Obbo Dammaqaan Itti Aanaa Pireezidaantii Rippaablika Kuubaa Saalvaadoor Vaaldees Meesaa waliin mari’atan

Finfinnee, Amajjii 18, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Ministira Muummee fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Itti Aanaa Pireezidaantii Rippaablika Kuubaa Saalvaadoor Vaaldees Meesaa waliin dhimmoota waloorratti mari’atan.

Dhimmoota Fayyaa Hawaasaa, Barnootaa fi Misooma Indaastirii Sukkaaraarraatti haala tumsaan hojjechuun danda’amurratti mari’achuu ibsameera.

Tumsaa fi hariiroo biyyoota lamaan caalmaatti cimsuuf yeroo dhiyootti maree siyaasaa gaggeessuuf walii galuu isaanii ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.