Obbo Dammaqaan Itiyoophiyaatti Bakka Bu’aa Baankii Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Ministira Muummee fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Itiyoophiyaatti Bakka Bu’aa Baankii Addunyaa Osmaan Diiyoon waliin mari’ataniiru.
Sochii haaroomsa Itiyoophiyaa, Deeggarsa maallaqaa fi dhimmoota waloo biroorratti mari’achuu ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.