Fana: At a Speed of Life!

Obbo Dammaqaan Gaanfa Afrikaatti ergamaa addaa Gamtaa Awurooppaa waliin mari’atan

Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Gaanfa Afrikaatti jila ergamaa addaa Gamtaa Awurooppaa Dooktar Aneettaa Weebariin durfamu waliin dhimmoota haala yeroo biyyeessaarratti mari’ataniiru.
Gareen shororkeessaa ABUT weerara haaraa naannoo Afaaritti baneen lammiileerra miidhaa namoomaa fi qabeenyaa qaqqabsiisaa jiraachuu obbo Dammaqaan ibsaniiru.
Akkasumas weerarri garichi akka haaraatti bane deeggarsa namoomaa ummata naannoo Tigraayiif taasiifamu gufachiisuu eeraniiru.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.