Fana: At a Speed of Life!

Obbo Dammaqaan ergamaa addaa Kooriyaa Kibbaa waliin mari’atan

Finfinnee, Fulbaana 2, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Muummeen Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin ergamaa addaa Ministira Alaa Rippaablika Kooriyaa Kibbaa Haak Cheel Shiiniin waliin mari’ataniiru.

Dhimmoota hariiroo biyyoota lamaanii caalmaatti cimsanirratti mari’achuu isaanii ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.