Fana: At a Speed of Life!

Obbo Dammaqaan Duraa ta’aa Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii waliin mari’atan

Finfinnee,Bitootessa 2, 2013 (FBC) – Itti Aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokkonnin Dura ta’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii Mahaammat waliin mari’ataniiru.
Turti isaaniitin Komishiniin Mirga namoomaa Afrikaa naannoo Tigraayitti dhittaa mirga namoomaa raawwatameera jedhamurratti haala qorannoon gaggeeffameerratti mari’ataniiru.
Dura ta’aan Komishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii Mahaammat Mootummaan Ityoophiyaa waliigalticha tumsuuf qophii ta’usaatti dinqisifataniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.