Fana: At a Speed of Life!

Obbo Dammaqaan Dhaabbanni Godaantootaa Idil Addunyaa deeggarsa Itiyoophiyaaf taasisu akka guddisu gaafatan

Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Dhaabbanni Godaantootaa Idil Addunyaa deeggarsa Itiyoophiyaaf taasisu akka guddisu gaafatan

Obbo Dammaqaan Daayrektara Olaantuu Dhaabbata Godaantootaa Idil Addunyaa Emmii Paappi waliin mari’ataniiru.

Dhaabbatichi tattaaffii Itiyoophiyaan Godaansa hambisuuf taasiiftu tumsuu akka qabu Obbo Dammaqaan gaafataniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.