Fana: At a Speed of Life!

Obbo Dammaqaan boqochuu Artiist Alii Birraan gaddi itti dhaga’amuu ibsan

Finfinnee, Onkololeessa 28, 2015(FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin boqochuu Artiist Alii Birraan gaddi itti dhaga’amuu ibsaniiru.

Artiistiin hangaftii fi beekkamaan Dooktarri Kabajaa Artiisti Alii Birraan waggoota hedduuf hojiilee hojjeteen Aadaa Ityoophiyaaf Ambaasaaddara turan jedhan.

Maatii, Firoottan, Hiriyootaa fi dinqisiifattoota isaa maraaf jajjabina hawwaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.