Fana: At a Speed of Life!

Obbo Dammaqaan Ambaasaaddara Israa’eel waliin mari’atan

Finfinnee, Onkololeessa 7, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee Ittaanaa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin, Ityoophiyaatti Ambaasaddara Israa’eel Alleeliny Admaasuu waliin mari’ataniiru.

Haala yeroo Ityoophiyaa keessaa, Israa’elii fi naannawaa Giddugaleessa Bahaa irratti mari’ataniiru.

Akkasumas mariin isaanii barbaachisummaa furmaata waaraa walitti bu’iinsarratti kan xiyyeeffate ta’uu ragaan Ministeera Dhimma Alaarra argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.