Fana: At a Speed of Life!

Obbo Dammaqaa Mokonnin Ministira Dhimma Keeniyaa waliin mari’atan

Finfinnee, Waxabajjii 6, 2015 (FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Ala Obbo Dammaqaa Mokonnin Ministira Dhimma Alaa fi Barreessaa Dhimmoota Diyaaspooraa Keeniyaa Alfareed Mutuwaa waliin mari’atan.

Mariin isaaniis dhimmoota naannawaa fi faayidaa waloo irratti kan xiyyeeffate ta’uu ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.