Fana: At a Speed of Life!

Obbo Dammaqaa Mokonnin Gorsaa Dhimma Alaa fi Imaammata Nageenyaa Chaansilaara Jarmanii Dooktar Jaan Heekar waliin mari’atan

Finfinnee, Sadaasa 18, 2013 (FBC) – Obbo Dammaqaa Mokonnin Gorsaa Dhimma Alaa fi Imaammata Nageenyaa Chaansilaara Jarmanii Dooktar Jaan Heekar waliin mari’atan.
 
Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokonnin Gorsaa Dhimma Alaa fi Imaammata Nageenyaa Chaansilaara Jarmanii Dooktar Jaan Heekar waliin mari’ataniiru.
 
Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokonnin haala waqtaawaa Ityoophiyaa ilaalchisuun ibsa laataniiru.
 
Olaantummaan sochii olaantummaa seeraa kabachiisuu naannoo Tigiraayitti eegalame ilaalchisuun ejjennoo mootummaan qabu ibsa taasisaniiru.
 
Adeemsa seera kabachiisuun qaamoleen kenninsa deeggarsa namoomaa idil addunyaa tajaajilaaf mijataa fi koriidariin sochii bilisaa mijachuu ibsaniiru.
 
Olaantummaan seeraa kabachiisuu kun ariitiin akka xumuramu mirkaneessaniiru.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
 
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.
 
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.