Fana: At a Speed of Life!

Obbo Dammaqaa Mokonnin dhimmoota waqtaawaa irratti ambaasaaddarootaa fi dippilomaatota teessoo isaanii Finfinnee godhaniif ibsa laachaa jiru

Finfinnee, Sadaasa 4, 2013 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin dhimmoota waqtaawaa irratti ambaasaaddarootaa fi dippilomaatota teessoo isaanii Finfinnee godhaniif ibsa laachaa jiru.

Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin ibsa laachaa kan jiran olaantummaa seeraa wayita naannoo Tigiraayitti raawwatama jiru ilaalchisuun ta’uu ibsameera.

Olaantummaa seeraa kabachiisuun kun namoota seera cabsan irratti kan xiyyeeffate malee, lammiilee nagaa irratti akka hin taane dippilomaatotaaf ibsaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.