Fana: At a Speed of Life!

Obbo Dammaqaa Mokkonniin preezdaantii Sudaan Kibbaa waliin mari’atan

Finfinnee, Gurraandhala 30, 2013 (FBC)- Itti aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokkonniin preezdaantii Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir waliin Juubaatti mari’ataniiru.
Turti isaaniitin haala hariiroo biyyoota lamaanii cimsuun danda’amuurratti mari’ataniiru.
Akkasumas nageenyaa naannichaa fi ijaarsa dandeetti waloorratti haala hojjechuun danda’amuurratti marii taasisuu isaanii obbo Dammaqaan fuula Feesbuukii isaaniitin ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.