Fana: At a Speed of Life!

Obbo Dammaqaa Makoonnan ayyaana Waldaa Gugsii Fardaa Agaw irratti hirmaataniiru

Finfinnee, Amajjii 23, 2012 (FBC) – Itti aanaan muummee ministiraa obbo Dammaqaa Makoonnan ayyaana Waldaa Gugsii Fardaa Agaw irratti hirmaataniiru.

Sirnicharratti obbo Dammaqaa Makoonnan dabalatee hoggansi federaalaa fi naannoo Amaaraa argamaniiru.

Ayyaanni waggaa 80ffaa Waldaa Gugsii Fardaa Agaw Mana 7ffaa magaalaa Injibaaraatti kabajamaa jira.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.