Fana: At a Speed of Life!

Obbo Dammaqaa Makonnin magaalaa Dasseetti piroojektoota garaagaraa daawwatan

Finfinnee, Amajjii 29, 2015(FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin naannoo Amaaraa magaalaa Dasseetti Piroojektoota garaagaraa daawwachaa jiru.

Obbo Dammaqaan Mana Barumsaa Bultii Addaa Dassee kan daawwatan yoo ta’u, turtiisaaniin piroojektoota misoomaa garaagaraa ni daawwatu jedhamee eegama.

Kadir Mahaammaditu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.