Obbo Dammaqaa Makkonnin Hinditti gamoo mana jireenyaa dippiloomaatoota Imbaasii Ityoophiyaa eebbisiisan
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2013 (FBC)- Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirii Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Hinditti gamoo mana jireenyaa dippiloomaatoota Imbaasii Ityoophiyaa eebbisiisaniiru.
Obbo Dammaqaan Ministeerri Dhimma Alaa Hindi tumsa taasiseef galateeffataniiru.
Ministirichi turtii isaanii Turkii xumuruun dheengadda gara Hindi imaluun isaanii ni yaadatama.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.