Obbo Awwaluu Abdiin Godina Gujiitti oomishtootaa fi dhiyeesitoota Albuudaa waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 16, 2015 (FBC)- Itti Aanaan Pireeziidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin Godina Gujiitti oomishtootaa fi dhiyeesitoota Albuudaa waliin mari’atan.
Mariin isaaniis, akkaataa daldala seeraan alaa albuudaa ittisuun danda’amuu fi galii albuuda irraa argamu guddisuun danda’amurratti kan xiyyeeffate ta’uu OBN gabaaseera.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.