Fana: At a Speed of Life!

Obbo Awwaluu Abdiin Aanaa Noonnootti Inisheetiivii Misooma Muuzii fi qamadii Bonaa daawwatan

Finfinnee, Bitootessa 10, 2017 (FMC) –Pireezidaantii itti aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Awwaluu Abdiin, Godina Shawaa Lixaa Aanaa Noonnootti inisheetiivii misooma Muuzii fi qamadii bonaa daawwataniiru.
Daawwannicharratti obbo Awwaluu Abdii dabalatee sadarkaa Pireezidaantii itti aanaa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Qindeessaan Kilaastera Misooma Baadiyyaa obbo Addisuu Araggaa fi Bulchaan Godina Shawaa Lixaa obbo Didhaa Guddataan argamaniiru.
Birmadummaa diinagdee mirkaneessuun wabii midhaan nyaataa galmaan ga’uuf hojjetamaa jiraachuu obbo Awwaluun ibsuu ragaan Kominikeeshinii Godinichaarraa argame ni mul’isa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.