Fana: At a Speed of Life!

Obbo Awwal Arbaan hojiilee misoomaa Awaash Fantaallee daawwatan

Finfinnee, Onkololeessa 23, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Afaar Obbo Awwal Arbaan hojiilee misoomaa Aanaa Awaasha Fantaallee daawwataniiru.

Daawwannaa isaaniin oomishaa Paappaayyaa fi hojiilee biroo naannawichatti misoomaa jiran daawwataniiru.

Fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessuuf hojiileen misoomaa eegalaman cimanii akka itti fufan Obbo Awwal dubbataniiru.

Oomishaalee alaa galan biyya keessatti bakka buusuuf tattaaffiin taasifamu jajjabeessaa ta’uu gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin eeraniiru.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.