Obbo Ashaadlii Hasan ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 16, 2015(FBC)- Pireezidaantiin Naannno Beenishaangul Gumuz Obbo Ashaadlii Hasan Ayyaana Masqalaa sababeeffachuun hordoftoota amantichaa maraaf ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.
Bifuma walfakkaatuun Ayyaana jijjiirraa bara haaraa saba Shinaashaa “Garii Waroo” baga nagaan isin gahe jedhaniiru.
Ayyaanichi kan jalaala , tokkummaafi badhaadhinaa akka ta’uu hawwii qaban ibsaniiru.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.