Fana: At a Speed of Life!

Obbo Araggaa Kabbadaan Magaalaa Jimmaatti hojiilee misoomaa daawwatan

Finfinnee, Sadaasa 11, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Amaaraa Obbo Araggaa Kabbadaan Magaalaa Jimmaatti hojiilee misoomaa garaa garaa daawwataniiru.

Kantiibaan Magaalaa Jimmaa Obbo Najiib Abbaa Raayyaa haala waliigalaa sochii misoomaa magaalichaa ilaalchisee ibsa taasiisuufii ragaan Waajjira Kominikeeshinii Magaalichaarraa argame ni mul’isa.

Obbo Araggaa Kabbadaan leenjii hoggantoota mootummaa giddugala Magaalaa Jimmaatti kennamaa jiru hordofuuf magaalaa Jimmaa jiraachuun isaanii kan yaadatamuudha.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.