Fana: At a Speed of Life!

Obbo Araggaa Kabbadaan hojiilee misoomaa Bahiir Daar daawwatan

Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin naannoo Amaaraa Obbo Araggaa Kabbadaan hojiilee misoomaa magaalaa Bahiir Daaritti hojjetaman daawwataniiru.

Hoggantoonni olaanoon mootummaa naannoo Amaaraa fi bulchiinsa magaalaa Bahiir Daar daawwannicharratti argamaniiru.

Obbo Araggaa Kabbadaan daawwannichaan booda kallattii fi qajeelfama hojii yeroo itti aanuu ni kennuun eegama.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.