Fana: At a Speed of Life!

Obbo Araggaa Kabbadaa Pireezidaantii Naannoo Amaaraa ta’uun muudaman

Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC)-Manni Maree Naannoo Amaaraa yaa’ii ariifachiisa har’a gaggeesseen haala nageenyaa naannicharrattii mari’ateera.

Haaluma kanaan, gaaffii aangoo gadi lakkisuu Pireezidaantii duraanii naannichaa Dooktar Yiliqaal Kaffalaa fudhachuun, Obbo Araggaa Kabaddaa Pireezidaantii Naannichaa taasiisuun muuduu AMC’n gabaaseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.