Fana: At a Speed of Life!

Obbo Ammahaa Makoonnan ‘mirga namoomaa fi olaantummaa seeratiin’ badhaafaman

Finfinnee, Muddee 1, 2012 (FBC) – Obbo Ammahaa Makoonnan ‘mirga namoomaa fi olaantummaa seeratiin’ badhaafaman.

Obbo Ammahaan badhaasa ‘mirga namoomaa fi olaantummaa seeratiin’ badhaasa Fransaay-Jarman argataniiru.

Badhaasichi qabsaa’ota mirga namoomaa addunyaarra jiran 15f kennameera.

Badhaasa bara kanaas kan fudhatan ogeessa seeraa lammii Ityoophiyaa obbo Ammahaa Makoonnani.

Obbo Ammahaan badhaasicha ambaasaaddaroota Jarmanii fi Faransaay harkaa fudhataniiru.

Obbo Ammahaa Makoonnan dura taa’aa Mana Maree Mirga Namoomaa Ityoophiyaa fi hundeessaa dhaabbata miti mootummaa ‘Ogeeyyiin Seeraa Mirga Namoomaafi’.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.