Fana: At a Speed of Life!

Obbo Ahimad Shiideen wixinee bajataa 2016 Paarlaamaaf dhiyeessu

Finfinnee, Waxabajjii 1, 2015 (FBC)- Ministirri Ministeeraa Maallaqaa Obbo Ahimad Shideen wixinee baajataa bara 2016 Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataaf har’a ni dhiyeesse.

Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa walga’ii idilee 24ffaa har’a ni gaggeessaa.

Walgahii kanaanis Ministirri Maallaqaa Obbo Ahimad Shiidee wixinee bajataa Mootummaa Federaalaa kan bara 2016 ilaalchisuun ibsa kennan irratti ni mari’atama jedhameera.

Wixineen bajataa kun Koree Dhaabbii Dhimmoota Pilaanii, Bajataa fi Faayinaansiif ni qajeelfama jedhamee kan eegamuu ta’uu ragaan mana marichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.