Fana: At a Speed of Life!

Obbo Ahimad Shiideen ergaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Amiira Kaataariif qaqqabsiisan

Finfinnee, Waxabajjii 3, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiideen ergaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad irraa ergame Amiira Kaataar Sheek Taamiim Biin Hamaad Al Taaniif qaqqabsiisaniiru.

Obbo Ahimad Shiideen Amiira Kaataar Sheek Taamiim Biin Hamaad Al Taan waliin mari’ataniiru.

Marii isaaniin ergaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad irraa ergame Amiira Kaataar Sheek Taamiim Biin Hamaad Al Taaniif kennaniiru.

Ergichi hariiroo waloo biyyoota lamaanii, akkasumas yeroo itti aanu tumsa caalmaatti cimsuuf dhimmoota dandeessisan kan ilaallatu ta’uu ibsameera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.