Fana: At a Speed of Life!

Obbo Agaanyawu Tashaagar erga bagaa ittin isiin gahee dabarsan

Finfinnee, Mudde 27, 2016 (FBC)- Afyaa’iin Mana Maree Federeshinii Obbo Agaanyawu Tashaagar Ayyaana Qillee sababeeffachuun erga bagaa ittin isiin gahee dabarsaniiru.

Obbo Agaanyawu Tashaagar, dhalachuu Gooftaa Yesuusirraa tokkummaa, heddumminaa fi kayyoo tokkof jiraachuu nu barsiisa jedhan.

Nuti Itiyoophiyaanonni ummata eenyuumaa hedduu qabudha jedhanii, garaagarummaa jiru gara cinaatti dhiisuun, tokkummaa fi walqixxummaan yoo dhabbannee nageenya biyyaa keenyaa mirkanneessuun, badhaadhina ni dhugoomsina jechuu isaanii ragaan Mana Maricharra aragame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaan

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.