Fana: At a Speed of Life!

Obbo Adam Faraahin Xaalaayaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad irraa ergame Muummee Ministiraa Beeljiyeemiif geessiisan

Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC) – Af Yaa’iin Mana Maree Federeeshinii obbo Adam Faraahi itti aantuu Af Yaa’ii Beeljiyeem waliin Braasilsitti haala waqtaawaa Ityoophiyaarrattimari’ataniiru.

Obbo Adam haala waqtaawaa naannoo Tigraayirratti ibsa taasiisaniiru.

Ityoophiyaan filannoo marsaa 6ffaa diimookiraataawaa taasiisuuf hojiilee hedduu hojjechuu ibsaniiru.

Af Yaa’iin Mana Maree Federeeshinii obbo Adam Faraahi Xaalaayaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad irraa ergame Muummee Ministiraa Beeljiyeemiif geessiisuu ragaan Mana Maree Federeeshiniirraa argame ni agarsiisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.