Fana: At a Speed of Life!

Obbo Adam Faaraah hojiilee misoomaa Naannoo Somaalee daawwatan

Finfinnee, Onkololeessa 9, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Ittaanaa Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faarah hojiilee misoomaa Naannoo Somaaleetti hojjetamaa jiran daawwataniiru.

Obbo Adam Faaraah leenjii giddugalaa Jigjigaatti mata duree “Idaarraa Gara Miindaatti” jedhuun kennamaa jirurratti argamaniiru.

Leenjiin hoggantootaa paartichaa olaanoo fi giddugaleessaaaf sadarkaa biyyaatti giddugalootaa 10tti kennamaa jira.

Waltajjii leenjii Jigjigaarratti Obbo Adam Faaraah argamuun marii fi qajeelfama hojiilee fuulduraa kennaniiru.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.