Nuti osoo jirruu Ityoophiyaan du’uurra, nuti duunee Ityoophiyaan akka jiraattu ni barbaanna – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Sadaasa 14, 2014 (FBC) – Nuti osoo jirruu Ityoophiyaan du’uurra, nuti duunee Ityoophiyaan akka jiraattu ni barbaanna jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.
Duris ta’ee har’as fedhiin tokkoon tokkoo keenyaa,jireenyi hunda keenyaa Ityoophiyaa qofa.
Kan hunda keenyaa kan taate,biyya bilisummaa fi haqni itti dagaage, maqaa guddaa fi bilisummaan addabaabayii addunyaarratti waamamtu akka qabaannu fedhii keenya jedhaan fuula Tiwiitarii isaaniin.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.