Fana: At a Speed of Life!

Nootiin Birrii sobaa kuma 39 ol abbaa Birrii 200 to’otamu Poolisii beeksise

Finfinnee, Muddee 13, 2013 (FBC) – Nootiin Birrii sobaa kuma 39 ol abbaa Birrii 200 to’otamu Poolisii beeksise.
Naannoo Amaaraattti Godina addaa saba Oromoo Aanaa Jiillee Dhummuugaatti namoonni 2 Nootiin birrii sobaa kuma 37 qabatani osoo socho’aa jirani qabamu ibse Poolisiin.
Waajjiraa Polisii Aanaa Jiillee Dhummuugaatti Insipeektara Olaanaa Mahaammad Alii akka jedhanitti shakkamttoonni kunneen kan to’atamaan gabaa magaalittitti Birrii sobaa qabatani Saangoota lama Birrii kuma 29 fi 400 bitanii deemuf otuu yaalaniiti.
Namoonni saangaa kan gurguranis Birrii kana shakkuun poolisiif eeruu kennuun shakkamttoonni kunneen qabamaniiru jedhan Inispeektar Mahaammad.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.