Noorweey tattaaffii Itiyoophiyaan eeggumsa naannoof taasiiftuuf deeggarsa Doolaara miiliyoona 25 taasiifte
Finfinnee, Hagayya 30, 2015 (FBC) – Noorweey tattaaffii Itiyoophiyaan eeggumsa naannoof taasiiftuuf deeggarsa Doolaara miiliyoona 25 taasiifteerti.
Gadi lakkifama Kaarbanii Ittisuuf tattaaffiin eeggumsa Bosonaa fi deebisanii dandamachiisuu taasiifamuuf murteessaa ta’uu ibsameera.
Noorweey yaa’ii jijjiirama qabeenya qilleensaa Afrikaa Naayiroobiitti gaggeeffamaa jirurratti Itiyoophiyaaf deeggarsa Doolaara miiliyoona 25 taasiisuu beeksifteerti.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.