Fana: At a Speed of Life!

Niiwuyoorkitti gareen hidha haaromsaaf deeggarsa laatuu fi falmuu hundaa’e

Finfinnee, Gurraandhala 15, 2013 (FBC)- Niiwuyoorkitti gareen Hidha Haaromsaa Guddichaa Ityoophiyaaf deeggarsa laatuu fi falmuu hundaa’uu Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti ergamaan adda dhaabbii Ityoophiyaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen fuula Twiitara isaaniirratti ibsaniiru.
Hundeeffamni garichaa,viidiyoo konfiraasni kan gaggeeffame yoo ta’u, Ministirri Ministeera Bishaan, Jallisii fi Iinarjii Dooktar Injiinar Silashii Baqqalaan argamaniiru.
Garichi miseensa hawaasa Ityoophiyaa biyya alaa jiraataanii, hoggantoona hawaasa siviilii, hayyootaa fi ogeessoota kan haammatedha.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.