Niiw Jarsiitti hiriirri Wixineewwan Seeraa ”HR 66 fi S 3199” mormu gaggeeffame
Finfinnee, Eebila 13, 2014 (FBC) – Niiw Jarsiitti hiriirri Wixineewwan Seeraa ”HR 66 fi S 3199” mormu gaggeeffameera.
Hiriira kanarratti Ityoophiyaanoonnii fi lammiileen Eertiraa hirmaataniiru.
Hirmaattoonni hiriirichaas ergaa Wixineewwan Seeraa ”HR 66 fi S 3199” akka hin raggasifamne morman dhageessisaniiru.
Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.