Fana: At a Speed of Life!

Newuzlaand filannoo biyyoolessaa gaggeeffamuuf deeggarsa Doolaara miiliyoona 1.6 taasifte

Finfinnee, Amajjii 19, 2012 (FBC) – Newuzlaand filannoo biyyoolessaa gaggeeffamuuf Doolaara Ameerikaa miiliyoona 1.6 taasifteetti

Bakka bu’aan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Tuurhaan Saalh Newuzlaand filannoo biyyoolessaa Iyoophiyaatti gaggeeffamuuf deeggarsa Doolaara miiliyoona 1.6 laachu ibsaniiru.

Deeggarsichi Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Sagantaa Misoomaa Ityoophiyaatti demokraasii cimsuuf proojaktii gaggeeffamu raawwachiisuuf kan ooludha jedhameera.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.