Fana: At a Speed of Life!

‘Nan danda’a’ ilaalchi jedhu ilaalcha moo’attootaati – Dooktar Abiy

Finfinnee, Hagayya 7,2013 (FBC) – ‘ Nan danda’a’ ilaalchi jedhu ilaalcha moo’attootaati jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiya Ahimad.
Shamarreen umrii waggaa 21 Yebsiraa Shifarraaw nama ilaalcha kanaan moo’attee fi daa’immaniif fakkeenya taatu ta’uu ishee ibsaniiru.
Rakkoon kamiiyyuu isaan muudatus dargaggoota murannoo akkaanaa qaban argachuu kootti gammadeera jedhan Dooktar Abiy Fuula Feesbuukii isaaniin.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.